4.9/5
( 664+ reviews)
Features Xahaaraa fi Salaata
Salaanni utubaa islaamaati.
Salaata sadarkaan isii haalaan guddoo taate tana namni hundi barachuun dirqama.
kanuma sababeeffachuun App kana keessatti barnoota xahaaraafii salaataa bal’inaan dhiheessinee jirra.
Appn kun Afaan keenya kan Oromootiin waan qophaaweef ummanni keenya dubbisanii irraa barachuun laafaadha.
keessaayuu barattootafi namoota haaraa kara islaamummaa dhufan baayee faayyada.
🛡️
Secure & Private
Your data is protected with industry-leading security protocols.
💬
24/7 Support
Our dedicated support team is always ready to help you.
⭐
Personalization
Customize the app to match your preferences and workflow.
Screenshots
See the Xahaaraa fi Salaata in Action
Get the App Today
Download on Google Play
Available for Android 8.0 and above